Dhimma ijoo ta'etti seeni

Nagaa fi Gammachuu

Rakkinni cimaan yeroo nu mudatu, gammachuu fi nagaan waan nu irraa fagaate nutti fakkaachuu dandaʼa. Taʼus, Kitaabni Qulqulluun namoonni hedduun dhiibbaa guyyaa guyyaadhaan isaan irra gaʼu moʼuuf, yaaddoo isaan mudatu salphisuuf, akkasumas jireenya hiikaa fi kaayyoo qabu jiraachuuf isaan gargaareera. Atis gammachuu akka qabaattu Kitaabni Qulqulluun si gargaaruu dandaʼa.

Fayyaa Qaamaa fi Sammuu

Kitaabni Qulqulluun Jireenya Namootaa ni Jijjiira

Namoonni akaakuu jireenyaa adda addaa irraa dhufan haala rakkisaa duraan qaban keessaa baʼuu fi yeroo ammaatti jireenya gammachiisaa, Waaqayyoo wajjinis michummaa gaarii qabaachuu dandaʼaniiru.

Namni Jaallattan Yeroo Du’u

Namni ati jaallattu du’eeraa? Gadda kee dandamachuuf gargaarsa ni barbaaddaa?

Maatiin Keessan Gammachuu Qabaachuu Ni Dandaʼa

Seerawwan buʼuuraa Macaafa Qulqulluu hojii irra oolchuudhaan gaaʼelaa fi maatii gammachuu qabu qabaachuu ni dandeessa.

Kitaaba Qulqulluu Qo'adhu

Macaafa Qulqulluu Qayyabachuu Kan Qabnu Maaliifi?

Macaafani Qulqulluun, namoonni miliyoonaan lakkaaʼamaniifi addunyaarratti argaman, gaaffiiwwan gurguddaa jireenyasaanii keessatti isaan mudataniif deebii akka argatan gargaaraa jira. Namoota kana keessaa tokko taʼuu barbaaddaa?

Qayyabannaan Macaafa Qulqulluu Akkamitti Geggeeffama?

Dhugaa Baatonni Yihowaa addunyaa maratti kaffaltii malee Macaafa Qulqulluu namoota qayyabsiisuudhaan beekamu. Akkamitti akka isaan qayyabsiisan ilaali.

Dhufnee Si Haasofsiisnuu?

Gaaffii Kitaaba Qulqulluu tokkorratti nu wajjin mari‵adhu ykn waa‵ee Dhugaa Baatota Yihowaa caalaatti baradhu.