Waaqayyo Rakkinni Akka Jiraatu kan Heyyame Maaliifi?
Namoonni baayʼeen, addunyaan kun jibbaa fi rakkinaan kan guutamte maaliif akka taʼe gaafatu. Kitaabni Qulqulluun garuu deebii quubsaa fi nama jajjabeessu kenna.