Dhugaa Baatota Yihowaa Ilaalchisee Gaaffiiwwan Yeroo Baayʼee Gaafataman

Manaa Gara Manaatti Tajaajiluudhaan Fayyina Argachuuf Yaaltuu?

Fayyinaa fi akkaataa itti argamu ilaalchisee wanta nuti amannu baradhu.

Manaa Gara Manaatti Tajaajiluudhaan Fayyina Argachuuf Yaaltuu?

Fayyinaa fi akkaataa itti argamu ilaalchisee wanta nuti amannu baradhu.

Dhugaa Baatonni Yihowaa Iddoo Walgaʼii Isaanii Waldaa Jedhanii Kan Hin Waamne Maaliifi?

Himni “Galma Mootummaa Dhugaa Baatota Yihowaa” jedhu eessaa akka dhufee fi maaliif akka itti fayyadamnu baradhu.

Dhugaa Baatonni Yihowaa Kudhan Keessaa Harka Tokko Ni Kennuu?

Dhugaa Baatonni Yihowaa qarshii murteeffame kennuu qabu?

Dhugaa Baatonni Yihowaa Maal Jedhanii Amanu?

Yaadawwan itti amannu 15 gabaabaatti dubbisi.

Dhugaa Baatonni Yihowaa Yesusitti Ni Amanuu?

Kiristiyaanonni dhugaan Yesusitti amanuunsaanii barbaachisaa kan taʼe maaliif akka taʼe bari.

Dhugaa Baatonni Yihowaa Amantiin Isaanii Qofti Dhugaa Akka Taʼe Amanuu?

Yesus karaan gara fayyinaatti geessu hedduu akka taʼe dubbateeraa?

Dhugaa Baatonni Yihowaa Isaan Qofti Fayyina Akka Argatan Yaaduu?

Macaafni Qulqulluun fayyina kan argatan namoota akkamii akka taʼan ni dubbata.

Dhugaa Baatonni Yihowaa Amantiiwwan Kaan Ni Kabajuu?

Namoota kaan kabajuun Kiristiyaanota dhugaa adda baasee kan beeksisu akkamitti akka taʼe baradhu.

Dhugaa Baatonni Yihowaa Dhiiga Kan Hin Fudhanne Maaliifi?

Dhugaa Baatota Yihowaa fi dhiiga fudhachuu ilaalchisee yaada dogoggoraa hedduutu jira. Amantii nuti dhimma kana irratti qabnu ilaalchisee dhugaa isaa baradhu.

Dhugaa Baatonni Yihowaa Talaallii ni Mormuu?

Qajeelfamawwan Kitaaba Qulqulluu lama talaallii ilaalchisee murtoo dhunfaa keessan akka gootan isin gargaaruu dandaʼu.

Dhugaa Baatonni Yihowaa Kiriʼeeshiniizimiitti Ni Amanuu?

Ilaalchi kiriʼeeshinistootaa tokko tokko Macaafa Qulqulluu wajjin akka wal faallessu beektaa?

Dhugaa Baatonni Yihowaa Kakuu Moofaatti Ni Amanuu?

Kutaan Macaafa Qulqulluu yeroon itti darbe jiraa? Kiristiyaanonni seenaa sirrii fi gorsa hojii irra ooluu dandaʼu Caaffata Qulqullaaʼoo afaan Ibrootaa keessa argachuu akkaataa itti dandaʼan bari.

Dhugaa Baatonni Yihowaa Wantoota Itti Amanan Tokko Tokko kan Jijjiiran Maaliifi?

Sirreeffamni godhamuun isaan nu dinqisiisuu hin qabu. Bara duriittis yeroo hedduu tajaajiltoonni Waaqayyoo ilaalcha isaanii jijjiiruun isaan barbaachisee ture.

Dhugaa Baatonni Yihowaa Waaqeffannaa Isaanii Keessatti Fannootti Maaliif Hin Fayyadaman?

Kiristiyaanota taanus, waaqeffannaa keenya keessatti fannootti hin fayyadamnu. Maaliif?

Dhugaa Baatonni Yihowaa Amantii Walitti Makuu?

Gaaffii kana deebisuuf barumsa Kitaaba Qulqulluu isa kamiin geggeeffamu?

Addunyaarra Dhugaa Baatota Yihowaa Meeqatu Jira?

Baayʼina Dhugaa Baatotaa akkamitti akka beeknu ilaali.

Jaarmiyaa Dhugaa Baatota Yihowaa Kan Hundeesse Eenyu?

Chaarlis Teez Raasil amantii haaraa tokko hin hundeessine kan jennu maalif akka taʼe dubbisi.

Dhugaa Baatonni Yihowaa Qarshii Hojii isaaniitiif Barbaachisu Eessaa Argatu?

Malawwan waldaawwan hedduu keessatti itti hojjetaman hin fayydamnu.

Dhugaa Baatonni Yihowaa Kudhan Keessaa Harka Tokko Ni Kennuu?

Dhugaa Baatonni Yihowaa qarshii murteeffame kennuu qabu?

Dhugaa Baatonni Yihowaa Geggeessitoota Amantii Mindaan Isaaniif Kaffalamu Qabuu?

Qeesota, lubootaafi namoota kaan jechuudhaan ni qoqqoodnaa? Tajaajiltoota taʼanii kan hojjetan eenyufaʼi?

Dhugaa Baatonni Yihowaa Dubartoota Lallaban Qabuu?

Dubartoonni hojii lallabaa Dhugaa Baatonni Yihowaa addunyaa maratti hojjechaa jiran irratti gaʼee akkamii qabu?

Gumiiwwan Dhugaa Baatota Yihowaa Kan Gurmaaʼan Akkamitti?

Karaa qophii kanaa qajeelfamaa fi barumsa akkamitti akka argannu dubbisi.

Qaamni Olaanaa Dhugaa Baatota Yihowaa Maalidha?

Miseensonni isaa geggeessitoota jaarmiyaa keenyaatii?

Waach Taawar Baayibil eendi Tiraakti Soosaayitiin Maali Dha?

Dhaabilleen hojii amantii Dhugaa Baatota Yihowaa irratti gaʼee akkamii qabu?

Dhugaa Baatonni Yihowaa Himata Isaan Irratti Dhihaatu Hundaaf Deebii kan hin Kennine Maaliifi?

Himataa fi gaaffii isaaniif dhihaatuu wajjin haala wal qabateen Dhugaa Baatonni Yihowaa qajeelfama Kitaaba Qulqulluu, ‘calluma jechuun yeroo isaa’ ykn ‘dubbachuun yeroo isaa’ akka taʼe hubachuuf yaalii godhu.—Lallaba 3:7.

Dhugaa Baatonni Yihowaa Manaa Gara Manaa Kan Deeman Maaliifi?

Wanti Yesus bartoonnisaa durii akka hojjetan ajaje maal akka taʼe baradhu.

Manaa Gara Manaatti Tajaajiluudhaan Fayyina Argachuuf Yaaltuu?

Fayyinaa fi akkaataa itti argamu ilaalchisee wanta nuti amannu baradhu.

Dhugaa Baatonni Yihowaa Namoota Amantii Mataasaanii Qaban Kan Haasofsiisan Maaliifi?

Dhugaa Baatonni Yihowaa namoota amantii mataasaanii qaban kan haasofsiisan maaliifi?

Dhugaa Baatonni Yihowaa Namoonni Amantii Isaanii Akka Jijjiiran Ni Dirqisiisuu?

Dhugaa Baatonni kan lallaban amantii jijjiirsisuufi dhaa? Namoonni amantii isaanii akka jijjiiran dirqisiisuuf ni yaaluu?

Qoʼannaan Kitaaba Qulqulluu Dhugaa Baatonni Yihowaa Geggeessan Maali Dha?

Qoʼannaa tolaan Dhugaa Baatonni Yihowaa geggeessan irratti, hiikkaa Kitaaba Qulqulluu kam iyyuu fayyadamuu dandeessa. Maatii ykn michoota kee affeeruu dandeessa.

Dhugaa Baatonni Yihowaa Hojii Misiyoonummaa Ni Hojjetuu?

Hojii misiyoonummaa irratti kan hirmaatu eenyu dha? Maaliif? Hojii kanaaf leenjii adda taʼe kan fudhatu jiraa?

Dhugaa Baatonni Yihowaa Dubartoota Lallaban Qabuu?

Dubartoonni hojii lallabaa Dhugaa Baatonni Yihowaa addunyaa maratti hojjechaa jiran irratti gaʼee akkamii qabu?

Dhugaa Baatonni Yihowaa Iddoo Walgaʼii Isaanii Waldaa Jedhanii Kan Hin Waamne Maaliifi?

Himni “Galma Mootummaa Dhugaa Baatota Yihowaa” jedhu eessaa akka dhufee fi maaliif akka itti fayyadamnu baradhu.

Dhugaa Baatonni Yihowaa Waaqeffannaa Isaanii Keessatti Fannootti Maaliif Hin Fayyadaman?

Kiristiyaanota taanus, waaqeffannaa keenya keessatti fannootti hin fayyadamnu. Maaliif?

Dhugaa Baatonni Yihowaa Irbaata Gooftaa Karaa Amantiiwwan Kaan Irraa Adda Taʼeen kan Kabajan Maaliifi?

Irbaata xumuraa ykn Ayyaana Yaadannoo jedhamees ni waamama; Dhugaa Baatonni Yihowaa iddoo guddaa kennuuf. Haala kana ilaalchisee Kitaabni Qulqulluun maal akka jedhu ilaali.

Dhugaa Baatonni Yihowaa Amantii Walitti Makuu?

Gaaffii kana deebisuuf barumsa Kitaaba Qulqulluu isa kamiin geggeeffamu?

Dhugaa Baatonni Yihowaa Macaafa Qulqulluu Mataasaanii Qabuu?

Hiika Macaafa Qulqulluu addaddaatti fayyadamuunkee hubannaa balʼaa argachuuf si gargaara. Sababiiwwan sadan Macaafni Qulqulluun Hiikni Addunyaa Haaraa adda itti taʼan, qayyabannaakee keessatti hiika kana dabaluuf si kakaasuu dandaʼu.

Macaafni Qulqulluun Hiika Addunyaa Haaraa Hiika Sirriidhaa?

Macaafni Qulqulluun Hiika Addunyaa Haaraa hiikawwan kaanii wajjin garaagarummaa kan qabaate maaliifi?

Dhugaa Baatonni Yihowaa Kakuu Moofaatti Ni Amanuu?

Kutaan Macaafa Qulqulluu yeroon itti darbe jiraa? Kiristiyaanonni seenaa sirrii fi gorsa hojii irra ooluu dandaʼu Caaffata Qulqullaaʼoo afaan Ibrootaa keessa argachuu akkaataa itti dandaʼan bari.

Dhugaa Baatonni Yihowaa Siyaasa Keessa Kan Hin Seenne Maaliifi?

Nageenya sabootaatiif gufuu kan taʼanidhaa?

Dhugaa Baatonni Yihowaa Qophiiwwan Sabboonummaa Argisiisan Irratti kan hin Hirmaanne Maaliifi?

Dhimma hawaasaa ykn dhimma siyaasaa tokko irratti garee isa tokko deggeraa ykn mormaa jiruu?

Dhugaa Baatonni Yihowaa Waraana Irratti Kan Hin Hirmaanne Maaliifi?

Addunyaa maratti Dhugaa Baatonni Yihowaa waraana irratti hirmaachuu diduudhaan beekamu. Ejjennoo kana kan qabaanne maaliif akka taʼe baradhu.

Yeroo Balaan Uumamutti Dhugaa Baatonni Yihowaa Gargaarsa Ni Godhuu?

Yeroo balaan uumamutti namoota amantii keenya taʼaniifis taʼe warra kaaniif gargaarsa kan goonu akkamitti akka taʼe baradhu.

Dhugaa Baatonni Yihowaa Yaalii Fayyaa Ni Fudhatuu?

Namoonni tokko tokko Dhugaa Baatonni Yihowaa yaalii fayyaa tokko iyyuu akka hin fudhanne yaadu. Kun dhugaa dhaa?

Dhugaa Baatonni Yihowaa Talaallii ni Mormuu?

Qajeelfamawwan Kitaaba Qulqulluu lama talaallii ilaalchisee murtoo dhunfaa keessan akka gootan isin gargaaruu dandaʼu.

Dhugaa Baatonni Yihowaa Dhiiga Kan Hin Fudhanne Maaliifi?

Dhugaa Baatota Yihowaa fi dhiiga fudhachuu ilaalchisee yaada dogoggoraa hedduutu jira. Amantii nuti dhimma kana irratti qabnu ilaalchisee dhugaa isaa baradhu.

Dhugaa Baatonni Yihowaa Barumsaaf Ilaalcha Akkamii Qabu?

Dhugaa Baatonni Yihowaa barumsaa wajjin haala wal qabateen murtoo yommuu godhan qajeelfama kam hordofu?

Dhugaa Baatonni Yihowaa Ijoolleen Isaanii Amantii Isaanii Akka Hordofan ni Dirqisiisuu?

Akkuma warra kaanii, Dhugaa Baatonni Yihowaas ijoollee isaaniitiif waan gaarii hawwu. Wanta isaan fayyada jedhanii yaadan ijoollee isaanii barsiisu.

Dhugaa Baatonni Yihowaa Maatii Ni Diigumoo Ni Ijaaru?

Dhugaa Baatonni Yihowaa siʼa tokko tokko maatii akka diiganitti himatamu. Garuu kaʼumsi wal dhabdee kana Dhugaa Baatotaa?

Dhugaa Baatonni Yihowaa Wal Qorachuu Ilaalchisee Seera Mataa Isaanii Qabuu?

Wal qorachuun wanta bashannanaaf jecha raawwatamu dha moo hiika kan caalu qaba?

Dhugaa Baatonni Yihowaa Wal Hiikuudhaaf Ilaalcha Akkamii Qabu?

Dhugaa Baatonni hiriyoota gaaʼelaa gaaʼelli isaanii rakkina qabu ni gargaaruu? Dhugaa Baatuun tokko yeroo hiriyaa gaaʼelaa isaa wajjin wal hiikutti jaarsoliin gumii isaaf ni raggaasisuu?

Dhugaa Baatonni Yihowaa Viidiyoowwan, Kitaabotaa Fi Muuziqaawwan Adda Baasanii Dhorkan Qabuu?

Kiristiyaanni tokko bashannana yeroo filatutti maal tilmaama keessa galchuu qaba?

Dhugaa Baatonni Yihowaa Ayyaanota Tokko Tokko kan hin Kabajne Maaliifi?

Dhugaa Baatota Yihowaa fi ayyaanota ilaalchisee gaaffilee barbaachisoo taʼan sadii hubadhu.

Dhugaa Baatonni Yihowaa Guyyaa Dhalootaa Yesuus Kiristos Kan Hin Kabajne Maaliifi?

Namoonni hedduun madda isaa utuu beekanii guyyaa dhalootaa Yesuus kabaju. Dhugaa Baatonni Yihowaa kan hin kabajne maaliif akka taʼe baradhu.

Dhugaa Baatonni Yihowaa Ayyaana Duʼaa Kaʼuu Yesus Kan Hin Kabajne Maaliifi?

Namoonni hedduun Ayyaanni Duʼaa Kaʼuu ayyaana Kiristiyaanotaa akka taʼetti ilaalu. Dhugaa Baatonni Yihowaa kan hin kabajne maaliifi?

Dhugaa Baatonni Yihowaa Guyyaa Dhalootaa Kan Hin Kabajne Maaliifi?

Qabxiiwwan Waaqayyo guyyaa dhalootaa kabajuutti akka hin gammanne argisiisan afur ilaali.

Cidha Gaaʼelaa Dhugaa Baatota Yihowaa Irratti Maaltu Raawwatama?

Haalli namootaa garaa gara taʼus wanti barbaachisaa taʼe garuu wal fakkaata.

Dhugaa Baatonni Yihowaa Irbaata Gooftaa Karaa Amantiiwwan Kaan Irraa Adda Taʼeen kan Kabajan Maaliifi?

Irbaata xumuraa ykn Ayyaana Yaadannoo jedhamees ni waamama; Dhugaa Baatonni Yihowaa iddoo guddaa kennuuf. Haala kana ilaalchisee Kitaabni Qulqulluun maal akka jedhu ilaali.

Dhugaa Baatonni Yihowaa Sirna Awwaalchaatiif Ilaalcha Akkamii Qabu?

Sirna awwaalchaa ilaalchisee murtoon Dhugaa Baatonni godhan amantii cimaa waaʼee duʼaa qaban irratti kan hundaaʼe dha. Maarree murtoon isaanii qajeelfamoota kamfaa irratti hundaaʼe?

Dhugaa Baatonni Yihowaa Kiristiyaanotadhaa?

Amantiiwwan Kiristiyaanota jedhamanii waamaman kaanirraa adda kan taane akkamitti akka taʼe bari.

Dhugaa Baatonni Yihowaa Amantii Pirootestaantii Hordofuu?

Sababiiwwan Dhugaa Baatonni Yihowaa saba Kiristiyaanaa amantii Kaatolikii hin hordofne taʼuusaanii argisiisan lamaan

Amantiin Dhugaa Baatota Yihowaa Amantii Ameerikaatti Argamu Tokkorraa Citee?

Qabxiiwwan arfan waaʼee jaarmiyaa addunyaa maratti beekamaa taʼe kanaa ibsan ilaali.

Dhugaa Baatonni Yihowaa Xiyoonotadhaa?

Amantiin keenya Macaafa Qulqulluurratti kan hundaaʼe siʼa taʼu, qomoo tokko isa kaanirra caalchisee hin ilaalu.

Dhugaa Baatonni Yihowaa Garee Amantii Kan Biraa Irraa Fottoqani Dhaa?

Yaadawwan dubbataman waaʼee Dhugaa Baatota Yihowaa dhugaa isaa wajjin wal bira qabii ilaali.

Addunyaarra Dhugaa Baatota Yihowaa Meeqatu Jira?

Baayʼina Dhugaa Baatotaa akkamitti akka beeknu ilaali.

Dhugaa Baatuu Yihowaa Taʼuu Kanan Danda’u Akkamitti?

Maatewos 28:19, 20 tarkaanfii sadii ibsa.

Dhugaa Baatota Yihowaa Wajjin Kitaaba Qulqulluu Yoon Qoʼadhe Miseensasaanii Akkan Taʼu Narraa Eegamaa?

Dhugaa Baatonni Yihowaa addunyaa maratti namoota miliyoonaan lakkaaʼaman tola qoʼachiisu. Nu wajjin yoo qoʼatte Dhugaa Baatuu Yihowaa taʼuu qabdaa?

Dhugaa Baatonni Yihowaan Nama Duraan Miseensa Amantiisaanii Ture irraa Ni Fagaatuu?

Gumiidhaa baasuun, namni tokko qalbiisaa akka jijjiirratu gochuu waan dandaʼuuf barbaachisaadha.