Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Bitootessa 13-19

1 SEENAA BARAA 27-29

Bitootessa 13-19

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Deddeebii Gaaffii—Viidiyoo: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Deddeebii Gaaffii: Yesuus—Mat 20:28 jedhamu taphachiisi. Viidiyicha bakka takka turutti dhaabbachiisiitii gaaffiiwwan viidiyicha irratti mulʼatan dhaggeeffattoota gaafadhu.

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Nama waraqaa affeerrii Ayyaana Yaadannoo fudhatee fi fedhii argisiise tokkoof deddeebii gaaffii godhi. Viidiyoo Yesuus kan Duʼe Maaliifi? jedhamu beeksisiitii irratti mariʼadhaa (garuu viidiyicha hin taphachiisin). (th qoʼannaa 9)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Nama waraqaa affeerrii Ayyaana Yaadannoo fudhatee fi fedhii argisiise tokkoof deddeebii gaaffii godhi. Birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamuun qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu jalqabsiisi. (th qoʼannaa 6)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU