Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

Maree Fakkeenya Taʼu

Maree Fakkeenya Taʼu

DUULA AFFEERRII AYYAANA YAADANNOO (Bitootessa 11–Ebla 4)

“Ayyaana adda taʼee fi namoonni miliyoonaan lakkaaʼaman irratti argaman tokko irratti akka argamtu si affeeruu barbaanna. Ayyaanichi ayyaana yaadannoo duʼa Yesuusi.” Waraqaa affeerrii isa maxxanfame ykn isa bifa elektiroonikiitiin jiru kenniif. “Waraqaan affeerrii kun saʼaatii fi iddoo ayyaanichi naannoo keenyatti itti kabajamu qabateera. Kana malees, haasaa addaa ayyaana kana torbee tokko dursee dhihaatu irratti akka argamtu kabajaan si affeerra.”

Fedhii Yoo Qabaate: Viidiyoo Duʼa Yesuus Yaadadhaa jedhamu itti argisiisi [ykn ergaa gabaabaadhaan ykn iimeeliidhaan ergiif].

Yeroo Itti Aanuuf: Yesuus kan duʼe maaliifi?

DHUGAA BAʼUU (Bitootessa 1-10, Ebla 5-30)

Gaaffii: Yesuus eenyu?

Caqasa: Mat 16:16

Yeroo Itti Aanuuf: Yesuus kan duʼe maaliifi?

DEDDEEBII GAAFFII

Gaaffii: Yesuus kan duʼe maaliifi?

Caqasa: Mat 20:28

Yeroo Itti Aanuuf: Aarsaa furii Yesuusiif dinqisiifannaa qabnu argisiisuu kan dandeenyu akkamitti?