Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

MASARAA EEGUMSAA Lakk. 3 2018 | Waaqayyo Siif ni Yaadaa?

WAAQAYYO SIIF NI YAADAA?

Yommuu balaan gaʼu ykn yommuu namoonni dhiphatanii fi duʼan Waaqayyo wanta sana ni argaa? ykn waaʼee dhimma sanaa ni yaadaa? jennee gaafanna taʼa. Kitaabni Qulqulluun akkas jedha:

“Sababiin isaas iji Yihowaa warra qajeelota irra jira; gurri isaas wawwaannaa isaanii ni dhaggeeffata; fuulli Yihowaa garuu warra wanta hamaa hojjetan irraa ni garagala.”—1 Pheexiros 3:12.

Maxxansi Masaraa Eegumsaa kun Waaqayyo akkamitti akka nu gargaaruu fi dhiphina hunda balleessuuf maal gochaa akka jiru ibsa.

 

“Waaqayyo Eessa Jira Ture?”

Balaan, Waaqayyo dhuunfaatti akka siif yaadu akka gaafattu si godheeraa?

Waaqayyo Xiyyeeffannaa Siif ni Kennaa?

Waaqayyo nageenya keetiif akka yaadu ragaan argisiisu maali dha?

Waaqayyo Si Hubataa?

Waaqayyo akka gaariitti kan nu beeku taʼuun isaa fi uumamni keenya, inni guutummaatti akka nu hubatu nuuf mirkaneessa.

Waaqayyo Namaaf ni Gaddaa?

Kitaabni Qulqulluun, Waaqayyo xiyyeeffannaa akka nuuf kennu, akka nu hubatuu fi akka nuuf gaddu mirkaneessa.

Rakkinni Kan Nu Irra Gaʼu​— Waaqayyo Nu Adabaa Waan Jiruufii?

Waaqayyo cubbuu isaaniitiif namoota adabuuf, dhukkuba ykn balaatti ni fayyadamaa?

Eenyutu Itti Gaafatama?

Kitaabni Qulqulluun madda rakkina namootaa guguddaa taʼan sadii ibsa.

Waaqayyo Rakkina Hunda Dhiheenyatti ni Balleessa

Waaqayyo rakkinaa fi jalʼina haqaa hundumaa dhiheenyatti akka balleessu akkamitti beekna?

Waaqayyo Siif Yaaduun Isaa Akkamitti Si Fayyada?

Kitaabni Qulqulluun abdii dinqisisaa Waaqayyo kenne irratti amantii qabaachuuf nu gargaara.

Rakkina Si Irra Gaʼu Ilaalchisee Waaqayyotti Maaltu Dhagaʼama?

Caqasoonni Kitaaba Qulqulluu kun Waaqayyo rakkinaaf maal akka isatti dhagaʼamu hubachuuf si gargaaruu dandaʼu.