DAMMAQAA! Ebla 2013 | Abbaa Gaarii Ta’uun Kan Danda’amu Akkamitti?

Many fathers find that they and their families benefit when they follow Bible principles.

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Abbaa Gaarii Taʼuun Kan Dandaʼamu Akkamitti?

Seerawwan buʼuuraa Macaafa Qulqulluu abbaa jaalala qabeessaafi madaalliisaa eeggatu taʼuuf si gargaaran shan qori.

MAATIIDHAAF

Mucaa Keessan Umrii Waggoota Kurnanii Keessa Jiruuf Seera Baasuu

Seerri baastan mucaa keessan yeroo hunda kan aarsu yoo isinitti fakkaate maal gootu?

KITAABNI QULQULLUUN MAAL JEDHA?

Poornoogiraafii

Waaqayyoon gammachiisuu barbaannaan poornoogiraafii ilaalchisee wanta isatti dhagaʼamu baradhu.

GAAFANNOO

Namni Diizaayinii Roobootii Baasu Sababa Itti Waaqayyotti Amane Ibse

Piroofeesar Maasiimoo Tiistaareliin jijjiirama tirannaatti amanuu kan dhiise maaliif akka taʼe ibseera.

MAATIIDHAAF

Wal Qoccoluu Dhiisuu Kan Dandeessan Akkamitti?

Hiriyaa gaaʼelaa keessanii wajjin yeroo hunda wal qoccoltuu? Seerawwan buʼuuraa Macaafa Qulqulluu akkamitti isin gargaaruu akka dandaʼan baradhaa.

QAAMNI KANA TOLCHE JIRAA?

Eegee Gaararraa Agaamaa

Gaararraan kun bakka diriiraa taʼerraa wanta ol dhaabbatu tokkotti utaaluu kan dandaʼu akkamitti?

Wantoota garabiraa

Abbaan Humnaa Yoo Na Hube Maalan Godha?

Namoonni hubaman baayʼeen isaanii gargaarsa akka hin qabne isaanitti dhagaʼama. Mata dureen kun haala kana fooyyessuuf wanta gochuu dandeenyu ibsa.