Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maratti Argaman

Ikuwaador

Odeeffannoo Gabaabaa—Ikuwaador

  • 16,939,000—Baayʼina uummataa
  • 100,195—Baayʼina tajaajiltoota Kitaaba Qulqulluu barsiisanii
  • 1,212—Gumiiwwan
  • 1 nama 171f—Reeshoo Dhugaa Baatota Yihowaa baayʼina uummataa wajjin yeroo ilaalamu

BUUSIIN GOOTAN FAAYIDAA IRRA OOLAA KAN JIRU AKKAMITTI?

Naannichatti Mirga Amantii Kabachiisuu

Mormitoonni, Dhugaa Baatonni Yihowaa walaba taʼanii waaqeffannaa isaanii akka hin godhanne yeroo doorsisanitti obboloonni keenya yeruma sana tarkaanfii fudhataniiru.