Dhimma ijoo ta'etti seeni

Jireenyaa fi Duʼa

Jireenya

Kaayyoon Jireenyaa Maali Dha?

‘Kaayyoon jireenyaa maali dha’ jettee gaafattee beektaa? Kitaabni Qulqulluun gaaffii kanaaf akkamitti deebii akka kennu baradhu.

Waaqayyo Maal Ana Irraa Barbaada?

Wanta Waaqayyo si irraa barbaadu beekuuf mallattoon, mulʼanni ykn waamichi adda taʼe si barbaachisaa? Deebii Kitaabni Qulqulluun kennu ilaali.

Bara Baraaf Jiraachuu kan Dandeessu Akkamitti?

Kitaabni Qulqulluun warri fedhii Waaqayyoo raawwatan bara baraaf jiraachuu akka dandaʼan dubbata. Wantoota inni akka raawwannu barbaadu sadii ilaali.

Lubbuun Maali Dha?

Wanta keessa kee jirtudhaa? Erga duutee booda jiraachuu ishii itti fuftii?

Namoonni Maqaan Isaanii “Kitaaba Jireenyaa” Irratti Barreeffame Eenyufaʼi?

Waaqayyo namoota isaaf amanamoo taʼan akka yaadatu waadaa galeera. Maqaan kee “kitaaba jireenyaa” isaa irratti ni argamaa?

Du'a

Namoonni Kan Duʼan Maaliifi?

Deebiin Kitaabni Qulqulluun gaaffii kanaaf kennu jajjabinaa fi abdii namaaf argamsiisa.

Yommuu Duutu Maal Taata?

Namoonni duʼan wanta naannoo isaaniitti raawwatamu ni beekuu?

Kitaabni Qulqulluun Namoota Of Ajjeesuu Yaadaa Jiran Kan Gargaaruu Akkamitti?

Kitaabni Qulqulluun namoota duʼuu barbaadaniif gorsa hojii irra ooluu dandaʼu akkamii kenna?

Sodaa Duʼaa—Akkamitti Injifachuu Dandeessa?

Duʼa garmalee sodaachuu injifachuun kee jireenyatti akka gammaddu si gargaara.

Wanti Namoonni Duʼuu Jala Gaʼan Akka Argan Dubbatan Sirrii Dhaa?

Jireenya duʼa boodaa kan argisiisani dhaa? Seenaan Kitaaba Qulqulluu waaʼee Alaazaar ibsu dhimma kana caalaatti ifa nuuf godha.

Kitaabni Qulqulluun Nama Tokko Dhiphina Irraa Furuuf Jecha Akka Duʼu Gochuu Ilaalchisee Maal Jedha?

Namni sun dhukkuba hin fayyineen yoo qabame hoo? Aarsaan kam iyyuu kaffalamee jireenyi akka itti fufu taasifamuu qabaa?

Samii fi Boolla

Samiin Maali Dha?

Akka Kitaaba Qulqulluutti hiika walii galaa sadii qaba.

Gara Samii kan Deeman Eenyu Faʼi?

Yaanni dogoggoraa namoonni gaariin hundi gara samii deemu jedhu baramaa dha. Kitaabni Qulqulluun dhugumaan maal jedha?

Siʼool Dhugumaan Jiraa? Akka Kitaaba Qulqulluutti Siʼool Maali Dha?

Namoonni hedduun siʼool bakka namoonni hamoon dhiphina bara baraatiin itti adabaman akka taʼe amanu. Haa taʼu malee, Kitaabni Qulqulluun maal barsiisa?

Gara Siʼool kan Dhaqan Eenyu Faʼi?

Namoonni gaariin gara Siʼool dhaquu? Namni tokko Siʼool keessaa baʼuu dandaʼaa? Siʼool bara baraaf itti fufaa? Kitaabni Qulqulluun gaaffiiwwan kanneeniif deebii kenna.

Haroon Ibiddaa Maali Dha? Siʼool ykn Gahaannam Wajjin Tokkoo?

Yesuus ‘furtuu siʼool’ qaba, furtuu haroo ibiddaa garuu qabaa?

Namichi Sooressii fi Alaazaar Eenyu Dha?

Fakkeenyi Yesuus namoonni gaariin samii akka dhaqan, namoonni hamoon immoo ibidda qililleetti akka dhiphatan argisiisaa?

Abdii Warra Du'anii

Duʼaa Kaʼuun Maali Dha?

Duʼaa kan kaʼan namoota akkamii akka taʼe yeroo beektu baayʼee si ajaaʼiba.