Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Yaadannoo Dhuunfaa​—Saala Faallaa

Yaadannoo Dhuunfaa​—Saala Faallaa

KUTAA 1

Yaadannoo Dhuunfaa​—Saala Faallaa

Gaaʼela dhaabbachuu barbaadda yoo taʼe, amaloota baayʼee barbaachisoo hiriyaan gaaʼelaa kee akka qabaatu barbaaddu lamaa fi amaloota kanaaf iddoo guddaa kan kennitu maaliif akka taʼe barreessi. Yeroodhaaf qeenxee taatee jiraachuu yoo barbaaddemmoo faayidaa qeenxee taʼanii jiraachuun qabu lama barreessi.

․․․․․