Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

MASARAA EEGUMSAA Lakk. 3 2021 | Egeree Amansiisaa Qabaachuu kan Dandeessu Akkamitti?

Egeree amansiisaa qabaachuuf maal gochuu dandeessa? Mata dureewwan barruu kana keessatti argaman filannoo kee qoruuf si gargaaru. Kana malees, daandiin egeree amansiisaa siif argamsiisu isa kam akka taʼe beekuuf si gargaaru.

 

Namni Hundi Egeree Amansiisaa Qabaachuu Barbaada

Yeroo rakkinni akkuma tasaa uumamutti qajeelfama amansiisaa eessaa argachuu dandeessa?

Egeree Kee kan Murteessu Maali Dha?

Namoonni urjii lakkaaʼan, falfala raawwatan ykn namoota duʼan waaqeffatan, akkasumas namoonni deebiʼanii dhalachuutti amanan humnoonni ijaan hin mulʼanne egeree isaanii akka toʼatan isaanitti dhagaʼama.

Barumsii fi Maallaqni Egeree Amansiisaa ni Argamsiisuu?

Namoonni hedduun barumsi sadarkaa ol aanaa fi qabeenyi wanta hin eegamne akka geessisu hubataniiru.

Nama Gaarii Taʼuun Kee Egeree Amansiisaa Siif Argamsiisuu ni Dandaʼaa?

Egeree amansiisaa qabaachuuf nama gaarii taʼuun barbaachisaa taʼus, kun qofti gaʼaa miti.

Qajeelfama Egeree Amansiisaa Qabaachuuf Nu Gargaaru Argachuu ni Dandeenyaa?

Yommuu murtoo goonu yeroo baayʼee nama umuriidhaanis taʼe ogummaadhaan nu caalu mariisisna. Haaluma wal fakkaatuun, egeree keenya ilaalchisee qajeelfama amansiisaa argachuu ni dandeenya.

Daandii Egeree Amansiisaa Argamsiisu

Daandiin egeree amansiisaa argamsiisu isa kam sitti fakkaata?