Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

DAMMAQAA! Lakk. 3 2021 | Uumaatti Amanuu Qabdaa?—Situ Murteessa

Namoonni gaaffii, ‘Hawaanii fi jireenyi lafa irra jiru akkamitti jalqabe?’ jedhuuf deebii garaa garaa kennu. Maxxansi Dammaqaa! kun dhimma kana ilaalchisee ragaawwan jiran ofuma keetiin qoruudhaan murtoo mataa keetii irra akka geessu si jajjabeessa. Hawaan akkuma tasaa argame moo hojii Uumaa ti? Deebii isaa beekuun kee baayʼee si fayyaduu dandaʼa.

 

Murteessuu kan Dandeessu Akkamitti?

Gaaffiiwwan waaʼee uumaa fi madda jireenyaa gaafataman namoota baayʼeetti bitaa taʼu.

Hawaarraa Maal Baranna?

Hawaanis taʼe lafti jireenyaaf mijatoo dha. Kun kan taʼe jireenyaaf mijatoo akka taʼanitti waan uumamaniif taʼuu hin dandaʼuu?

Lubbu Qabeeyyiirraa Maal Baranna?

Lubbu qabeeyyiin pilaaneetiin keenya baayʼee miidhagduu akka taatu godhaniiru. Lubbu qabeeyyii irraa waaʼee madda jireenyaa maal baranna?

Wanta Saayintistoonni hin Beekne

Saayintistoonni hawaanii fi jireenyi akkamitti akka jalqabe beekuu?

Kitaaba Qulqulluurraa Maal Baranna?

Wanti inni dubbatu wantoota saayinsiidhaan mirkanaaʼan wajjin wal simaa?

Deebiisaa Beekuun kan Si Fayyadu Akkamitti?

Waaqni hundumaa dandaʼu akka jiru ragaan jiru si amansiiseera yoo taʼe ammas taʼe gara fuulduraatti ni fayyadamta.

Ragaa Jiru Qori

Uumaan jiraachuu isaa amanuuf wanti si kakaasu maal akka taʼe ofuma keetii mirkaneeffadhu.