Dhimma ijoo ta'etti seeni

KITAABNI QULQULLUUN JIREENYA NAMOOTAA NI JIJJIIRA

Jalʼina Haqaa Mormuu nan Barbaadan Ture

Jalʼina Haqaa Mormuu nan Barbaadan Ture

 Raafikaan jalʼina haqaa mormuuf garee warraaqsa geggeessanitti makamtee turte. Haa taʼu malee, abdii Mootummaa Waaqayyoo keessatti nagaa fi haqni akka jiraatu dubbatu Kitaaba Qulqulluu keessaa barachuu dandeesseetti.