Dhimma ijoo ta'etti seeni

Oduu Addunyaa Maraa

 

2024-05-03

ODUU ADDUNYAA MARAA

Gabaasa Qaama Olaanaa 2024 Lakk. 3

Gabaasa kanarratti qajeelfamoota Kitaaba Qulqulluu uffannaa fi miidhagina ilaalchisee murtoo gochuuf nu gargaaran ilaalla.

2024-03-15

ODUU ADDUNYAA MARAA

Gabaasa Qaama Olaanaa 2024 Lakk. 2

Gabaasa kana keessatti, Yihowaan inni Abbaa keenya isa dinqisiisaa taʼe, “hundumtuu yaada akka geddaratan” akka barbaadu kan argisiise akkamitti akka taʼe ilaalla. (2 Phe. 3:9) Akkasumas, yeroo sochiiwwan tiʼookraasii irratti hirmaannu uffannaa uffachuu qabnu irratti sirreeffama godhame ilaalla.

2024-01-26

ODUU ADDUNYAA MARAA

Gabaasa Qaama Olaanaa 2024 Lakk. 1

Jaalalli namootaaf qabnu hinaaffaadhaan tajaajila keenya akka raawwannu kan nu taasisu akkamitti akka taʼe baradhu.

2023-12-15

ODUU ADDUNYAA MARAA

Gabaasa Qaama Olaanaa 2023 Lakk. 8

Akkaataa itti uffannuu fi akkaataa itti of miidhagsinu yeroo filannutti akka tajaajiltoota Waaqayyootti of dhiheessuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe, akkasumas gumii keessa tokkummaan akka jiraatu gochuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe baradhu

2023-10-20

ODUU ADDUNYAA MARAA

Gabaasa Qaama Olaanaa 2023 Lak. 7

Kitaaba haaraa Caqasoota Jireenya Kiristiyaanaatiif Taʼan jedhamuu fi caqasa waggaa 2024 bari.

2023-08-25

ODUU ADDUNYAA MARAA

Gabaasa Qaama Olaanaa 2023 Lakk. 6

Gabaasa kana irratti miseensi Qaama Olaanaa tokko gaafannoo nama jajjabeessuu fi Negedee Taklamaariyaamii wajjin godhame beeksisa.

2023-07-14

ODUU ADDUNYAA MARAA

Gabaasa Qaama Ol Aanaa 2023 Lakk. 5

Gabaasa kana irratti, Miseensi Qaama Ol Aanaa tokko gaafannoo obboleessa keenya Deenisii fi obboleettii keenya Iriinaa wajjin godhamee fi nama jajjabeessu nutti hima.