Dhimma ijoo ta'etti seeni

Uumamni Dinqisiisaan Ulfina Waaqayyoo Mulʼisa

Uumamni Dinqisiisaan Ulfina Waaqayyoo Mulʼisa

Yeroo fudhannee uumamawwan naannoo keenya jiran xiyyeeffannaadhaan yommuu ilaallu, waaʼee Uumaa keenya wanta hedduu barachuu fi akka michuu keenyaatti caalaatti dhihaachuu dandeenya.