Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

FAARFANNAA 47

Guyyaa Guyyaadhaan Yihowaa Kadhadhaa

Guyyaa Guyyaadhaan Yihowaa Kadhadhaa

(1 Tasalonqee 5:17)

  1. 1. Kadhannaa dhiheessaa Yihowaatti.

    Nu dhagaʼa, kun mirga addaa ti.

    Akka michuutti ittʼ himaa hunda,

    Inni yoomiyyuu amanamaa dha.

    Yeroo hunda kadhadhaa.

  2. 2. Galateeffadhaa nu jiraachisa,

    Dhiifama goonaan innis nuuf dhiisa.

    Waaqa keenyatti cubbuu himanna.

    Uumaan beeka biyyoo taʼuu keenya.

    Yeroo hunda kadhadhaa.

  3. 3. Kadhadhaa yeroo buutan rakkoorra.

    Abbaan keenya nutti dhihoo jira.

    Eegumsaa fi gargaarsasaa fedhaa;

    Hin romʼinaa isa amanadhaa.

    Yeroo hunda kadhadhaa.