Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

FAARFANNAA 131

“Wanta Waaqayyo Walitti Hidhe”

“Wanta Waaqayyo Walitti Hidhe”

(Maatewos 19:5, 6)

  1. 1. Foʼaan dachaa sadii,

    Fooʼame ulfinaan.

    Waaqaaf nama duratti

    Galameera waadaan.

    (BUUSAA 1)

    Yihowaadhaaf kakate,

    Ishiin jaalla jedhee.

    ‘Namni gargar hin baasin,

    Kan Waaqnʼ walittʼ hidhe.’

  2. 2. Dubbii Waaqaa qoran,

    Fedhasaa barachuuf;

    Yihowaa ni kadhatu,

    Waadaa galan eeguuf.

    (BUUSAA 2)

    Yihowaadhaaf kakatte,

    Isan jaalla jettee.

    ‘Namni gargar hin baasin,

    Kan Waaqnʼ walittʼ hidhe.’

(Dabalataan, Uma. 2:24; Lal. 4:12; Efe. 5:22-33 ilaali.)