MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Waxabajjii 2024

Maxxansi kun mata dureewwan Hagayya 12–​Fulbaana 8, 2024​tti qoʼataman qabateera.

MATA DUREE QOʼANNAA 23

Yihowaan Keessummootasaa Akka Taanu Nu Affeereera

Torban Hagayya 12-18, 2024 keessatti kan qoʼatamu.

MATA DUREE QOʼANNAA 24

Barabaraaf Keessummaa Yihowaa Taʼi!

Torban Hagayya 19-25, 2024 keessatti kan qoʼatamu.

SEENAA JIREENYAA

Yihowaan Kadhannaa Kootiif Xiyyeeffannaa Kenneera

Maarseel Giileet xinnummaasaatii kaasee Yihowaan ‘isa kadhannaa namaa dhagaʼu’ akka taʼe mirkanaaʼaa taʼuuf maaltu isa gargaare?

Gaaffii Dubbistootaa

Yaanni Faarfannaa 12:7 irratti argamuu fi “ati isaan ni eegda” jedhu ‘warra miidhaman’ (lakkoofsa 5) argisiisa moo ‘dubbii Yihowaa’ (lakkoofsa 6) argisiisa?

MATA DUREE QOʼANNAA 25

Yihowaan “Waaqa Jiraataa” Akka Taʼe Yaadadhu

Torban Hagayya 26–​Fulbaana 1, 2024 keessatti kan qoʼatamu.

MATA DUREE QOʼANNAA 26

Yihowaan Qarsaa Kee Akka Taʼu Godhi

Torban Fulbaana 2-8, 2024 keessatti kan qoʼatamu.