MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Bitootessa 2024

Maxxansi kun mata dureewwan Caamsaa 6–Waxabajjii 9, 2024​tti qoʼataman qabateera.

MATA DUREE QOʼANNAA 9

Yihowaadhaaf Of Murteessuuf Qophoofteettaa?

Torban Caamsaa 6-12, 2024 keessatti kan q⁠o⁠ʼatamu.

MATA DUREE QOʼANNAA 10

Erga Cuuphamtee Booda ‘Yeroo Hunda Yesuus Duukaa Buʼi’

Torban Caamsaa 13-19, 2024 keessatti kan q⁠o⁠ʼatamu.

MATA DUREE QOʼANNAA 11

Wantoota Abdii Nama Kutachiisan Dandamachuu ni Dandeessa

Torban Caamsaa 20-26, 2024 keessatti kan q⁠o⁠ʼatamu.

MATA DUREE QOʼANNAA 12

Dukkanarraa Fagaachuudhaan Ifa Keessa Jiraadhaa

Torban Caamsaa 27–​Waxabajjii 2, 2024 keessatti kan q⁠o⁠ʼatamu.

MATA DUREE QOʼANNAA 13

Yihowaan Akka Sitti Gammadu Mirkanaaʼaa Taʼuu kan Dandeessu Akkamitti?

Torban Waxabajjii 3-9, 2024 keessatti kan qoʼatamu.

Cubbuuwwan Baroota Darbanitti Hojjetamaniif Dhiifama Gochuu

Yihowaan aarsaan furichaa kaffalamuu isaa dura dhiifama gochuu fi Waaqa haqa qabeessa taʼuu kan dandaʼu akkamitti?