Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

MASARAA EEGUMSAA Lakk. 2 2021 | Addunyaa Haaraan Dhihaateera

Wantoonni yeroo ammaatti taʼaa jiran badiisni addunyaa akka dhihaate argisiisuu? Taanaan, badiisa addunyaa kanatti dhufu irraa ooluuf wanti gochuu dandeenyu jiraa? Badiisa addunyaa booda maaltu taʼa? Mata dureewwan maxxansa kana keessatti argaman deebii Kitaabni Qulqulluun gaaffiiwwan kanaaf kennu ibsu.

 

Addunyaan Kana Irra Wayyu Nu Barbaachisa!

Haalli addunyaa irratti mulʼachaa jiru addunyaan kana irra wayyu akka nu barbaachisu argisiisa.

Addunyaan kun ni Badaa?

Kitaabni Qulqulluun addunyaan kun akka balleeffamuu fi lafti immoo yeroo hundumaa bakka namoonni irra jiraatan akka taatu dubbata.

Addunyaan kun Yoom Balleeffama? Yesuus Maal Jedhe?

Taʼeewwan Yesuus raajiidhaan dubbate argaa jirtaa?

Addunyaa Haaraa Keessa Jiraachuu kan Dandeessu Akkamitti?

Michuu Waaqayyoo taʼuun keenya badiisa irraa ooluuf kan nu gargaaru akkamitti?

Yeroon Lafti Jannata Itti Taatu Dhihaateera!

Waaqayyo waadaa gale yeroo raawwatutti haalli lafa irra jiraatu maal fakkaata?

Badiisni Addunyaa Dhihaateeraa?

Deebiin Kitaabni Qulqulluun Kennu si ajaaʼibsiisa taʼa