Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

“Garaan Tasgabbii Qabu Qaamaaf Jireenya Kenna”

“Garaan Tasgabbii Qabu Qaamaaf Jireenya Kenna”

Jechoonni Fakkeenya 14:30 irratti argaman kun waggoota kuma sadi dura kan barreeffamanidha. Jechoonni kun ogummaa yeroon itti hin darbinee fi Kitaaba Qulqulluu keessatti argamu calaqqisiisu. Caalaatti barachuu yoo barbaadde weebsaayitii jw.org jedhamu ilaali. Weebsaayiticharratti viidiyoo, animeeshinii, gaafannoo fi mata dureewwan dhiphinarraa boqonnaa argachuu dabalatee dhimmoota garaagaraatti si fayyadan hedduu argatta. Isaan keessaa tokko tokko armaan gaditti ibsamaniiru: