DAMMAQAA! Lakk. 1 2019 | Yeroon Tasgabbiidhaan Itti Jiraannu ni Dhufaa?

Rakkoowwan nu mudachaa jiran tokko tokko maalfaa akka taʼanii fi addunyaa kana iddoo tasgabbiidhaan keessa jiraannu gochuuf maaltu akka barbaachisu.

Wantoota Nageenya Keenya Balaadhaaf Saaxilan

Yeroo kamiyyuu caalaa amma wantoonni nageenya keenya balaadhaaf saaxilan nu mudachaa jiru. Maarree, furmaannisaa maali?

Kaʼumsa Rakkoowwan Keenyaa Wallaaluu

Rakkoowwan ilmaan namootaa dararaa jiran hedduun kan dhufan ilmaan namootaa mudaa waan qabaniifi. Gargaarsa eessaa argachuu dandeenya?

Barumsa Naamusaa

Nagaa dhugaa qabaachuu fi tasgabbiidhaan jiraachuuf ulaagaalee naamusaa olaanoo taʼan hordofuun barbaachisaadha.

Seenaa Riikaardoo fi Andirees

Riikaardoo fi Andirees duraan olloota isaanii nagaa dhoowwu turan; amma garuu nagaa babalʼisaa jiru. Kitaabni Qulqulluun jireenya isaanii kan jijjiire akkamitti akka taʼe baradhu.

“Nagaan . . . Dhuma hin Qabaatu”

Mootummaan Waaqayyoo Maalidha?

Mootummaa Waaqayyoo Jalatti “Nagaan ni Baayʼata”

Mootummaan Waaqayyoo guutummaa lafaarratti nagaa fi tokkummaan akka jiraatu godha.

Gaaffii Sitti Taʼeeraa?

Kitaaba Qulqulluu ilaalchisee gaaffilee qabduuf deebii eessaa argachuu dandeessa?