MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Bitootessa 2016

Maxxansi kun mata dureewwan Caamsaa 2 hanga Caamsaa 29, 2016tti qoʼataman kan qabate dha.

Dargaggootaa?—Cuuphamuuf Qophooftaniittuu?

Gaaffiiwwan sadii murtoo gochuuf si gargaaruu dandaʼu.

Dargaggootaa—Cuuphamuuf Qophaaʼuu kan Dandeessan Akkamitti?

Qophaaʼaa akka taate mirkanaaʼaa yoo taʼuu baatte hoo? Ykn ati cuuphamuu kan barbaaddu taʼus, warri kee turuu akka qabdu yoo isaanitti dhagaʼame hoo?

Tokkummaa Keenya Cimsuu Irratti Hirmaachuu kan Dandeessu Akkamitti?

Mulʼanni Mulʼata boqonnaa 9 irratti argamu barbaachisummaa tokkummaa keenyaa ibsa.

Yihowaan Saba Isaa Karaa Jireenyaatti ni Geessa

Qajeelfama Yihowaa akka barbaadnu argisiisuu kan dandeenyu akkamitti?

Gumii Kee Keessatti Gargaarsa Gochuu ni Dandeessaa?

Gumii kee keessatti illee miira akka misiyoonotaa qabaachuu dandeessaa?

Ilaalcha Akka Raajotaa Qabaadhaa

Fakkeenya Hisqiʼel, Ermiyaasii fi Hoseʼaa hordofuun, yeroo dadhabnu, yeroo abdii kutannuu fi yeroo hojii rakkisaan nuuf kennamu nu gargaara.

Gaaffii Dubbistootaa

Sabni Waaqayyoo Baabilon Guddittiidhaan kan boojiʼaman yoomi? Seexanni yommuu Yesusiin qoretti qaamaan gara mana qulqullummaatti isa geessee?