Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maratti Argaman

Niiwu Ziilaandi

Odeeffannoo Gabaabaa—Niiwu Ziilaandi

  • 5,199,000—Baayʼina uummataa
  • 14,607—Baayʼina tajaajiltoota Kitaaba Qulqulluu barsiisanii
  • 170—Gumiiwwan
  • 1 nama 360f—Reeshoo Dhugaa Baatota Yihowaa baayʼina uummataa wajjin yeroo ilaalamu

KUUSAA KEENYA KEESSAA

Dhugaa Baatonni Yihowaa Niiwu Ziilaandi—Nagaa Qabeeyyii fi Kiristiyaanota Waaqayyoof Bulanidhaa?

Bara 1940⁠niitti, Dhugaa Baatonni nageenya hawaasaatiif akka sodaachisan kan yaadamu maaliif ture?

DAMMAQAA!

Niiwu Ziilaandiin haa Daawwannu

Fagootti kan argamtu taʼus waggaatti tuuristoonni 3,000,000 Niiwu Ziilaandiin ni daawwatu. Wanti nama hawwatu maali dha?

Dabalataan Ilaali