Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maratti Argaman

Indooneeshiyaa

Odeeffannoo Gabaabaa—Indooneeshiyaa

  • 281,844,000—Baayʼina uummataa
  • 31,023—Baayʼina tajaajiltoota Kitaaba Qulqulluu barsiisanii
  • 491—Gumiiwwan
  • 1 nama 9,275f—Reeshoo Dhugaa Baatota Yihowaa baayʼina uummataa wajjin yeroo ilaalamu

ODUU HAARAA

Balaa Addunyaa Maraa: Yeroo Dhukkubni Daddarbaa fi Balaan Gaʼutti Obboloota Keenya Gargaaruu

Qaamni Ol Aanaan yeroo gargaarsi barbaachisutti dafee tarkaanfii fudhachuudhaan obbolootaa fi obboleettotaaf qajeelfama kennuu isaa itti fufa.

KUUSAA KEENYA KEESSAA

Laayitbiirari Ifa Hafuuraa Kibba Baha Eeshiyaatti Geesse

Mormiin jiraatus, imaltoonni Laayitbiirari muraasni ifa Kitaaba Qulqulluu ija jabinaan naannoo balʼaa uummata hedduu qabutti babalʼisaniiru.