Dhimma ijoo ta'etti seeni

Beeksisa Diraamaa Kitaaba Qulqulluu: Seenaa Tajaajila Yesuus: Boqonnaa 1—Ifa Addunyaa Isa Dhugaa

Beeksisa Diraamaa Kitaaba Qulqulluu: Seenaa Tajaajila Yesuus: Boqonnaa 1—Ifa Addunyaa Isa Dhugaa

Yihowaan addunyaa akkamitti akka fayyisu ifa godhe. Zakkaariyaasii fi Elsaabex warri maanguddoon mucaa raajii taʼu akka godhatan itti himame. Yoseefii fi Maariyaam Masiihicha guddisuu fi daaʼimummaa isaattis eegumsa isaaf gochuu qabu.