Dhimma ijoo ta'etti seeni

Gilgaalawwan Qoʼannaa

Gilgaalawwan qoʼannaa kunneen garagalfattee maxxanfachuudhaan waaʼee namootaa fi iddoowwan Kitaaba Qulqulluu keessatti ibsamanii baradhu. Gaaffiiwwan qophaaʼan deebisi; achiis miseensi maatii kee tokko akka sii sororsu godhi.