Dhimma ijoo ta'etti seeni

Gilgaalawwan Fakkii

Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu maatii keessan isa itti aanuuf gilgaalawwan fakkii maxxanfamuu dandaʼutti fayyadamaa. Gilgaala fakkii hunda garagalfadhaatii maxxansaa; achiis halluu dibuudhaan ykn tuqaalee wal qabsiisuudhaan fakkichatti guutaa; sana booda gaaffiiwwan deebisaa.